Koodii Bilbila Samsung
Namoonni baay’een bilbila Samsung fayyadaman hedduu isaanii hin beekan bilbiloonni isaanii koodii iccitii hedduun kan keessa jiraniidha – koodiiwwan gabaabaa kanneen bilbila irratti barreessan, odeeffannoo tajaajila iccitii (diagnostic tools), system information fi menuwwan tajaajila addaa (service menus) bana.
Koodiin kunneen Android OS fi Samsung One UI keessa kan jiran yoo ta’u, namoonni kanneen fayyadamuun viidiyoo, network, firmware fi hardware bilbilaa isaanii sirnaan qorachuu danda’u.
Haa ta’u malee, koodiiwwan hunda fayyadamtoota hundaaf miti. Koodiin tokko tokko data guutuu bilbilaa keessaa haqachuu danda’a. Kanaaf, beekumsa gahaa qabaachuun, koodii sirrii beekuun fi yeroo barbaachisaa ta’e qofa itti fayyadamuun barbaachisaadha.
Barruun kana keessatti waa’ee koodii iccitii Samsung – maal akka ta’an, akkamitti akka itti fayyadamtu fi koodiiwwan yeroo ammaa (2025) tajaajilaa fi nageenya qaban maal akka ta’an ni ibsina.
Koodin Bilbila Samsung Maalidha?
Koodiin iccitii Samsung (Samsung Secret Codes) ykn Service Codes / USSD Codes jechuun, koodii gabaabaa kan akka *#06# ykn #0# ta’anidha. Yoo bilbila kee irratti barreessite, yeroo sanuma irratti tajaajila iccitii tokko ykn odeeffannoo tokko siif agarsiisa.
Koodiin kunneen system Android keessa dursee galfamanidha. Koodiin tokko tokko addunyaa guututti (universal) kan tajaajilan yoo ta’an, kan biraa immoo Samsung qofaaf kan hojjetaniidha.
Fakkeenyaaf:
- *#06# barreessuun IMEI fi serial number siif agarsiisa.
- #0# barreessuun tajaajila qorannoo hardware Samsung (display, sensors, camera, vibration, speaker, fi kan kana fakkaatan) banuu danda’a.
Hubachiisa: Koodii hunda bilbila hunda irratti hin hojjatu. Carrierri (akkuma Verizon, AT&T, fi kan kana fakkaatan) tokko tokko koodii muraasa cufuu danda’a, akkasumas version One UI haaraan tokko tokko ni haqu.
Itti Fayyadamuun Dura Wantoota Barbaachisan
Koodii Samsung fayyadamuun dura wantoota armaan gadii yaadadhu:
-
Daataa kee dursa backup godhi.
Koodiin tokko tokko factory reset ykn data guutuu haquu danda’a. Backup godhuun sirrii dha. -
Madda amansiisaa qofa fayyadami.
Marsariitiiwwan amanamoo miti irraa koodii waraabuu dhiisi. Koodiin dogoggoraan system kee jijjiiru danda’a. -
Koodii reset godhan beeki.
Yoo yaada gahaa hin qabne, koodii data haqu danda’u hin fayyadamin. -
Model bilbilaa kee ilaali.
Koodiin Galaxy S23 irratti hojjatu, Galaxy A14 irratti hin hojjatu ta’uu danda’a. -
Yoo shakkiin si muudate, back jedhii deebi’i ykn ba’i.
Menuun yoo baname garuu maal gochuu akka hin beekne yoo ta’e, back tuqi ykn bilbila deebisi.
Koodiiwwan Bilbila Samsung Yeroo Baay’ee Hojii Irra Oolan
1. Odeeffannoo Bilbila (Device Information):
- *#06#: IMEI fi serial number agarsiisa.
- *#1234#: Firmware version agarsiisa.
- #12580369#: Odeeffannoo software fi hardware agarsiisa.
Koodiiwwan kunneen hundi tajaajilaa fi nageenya qabu.
2. Qorannoo Hardware fi Diagnostic Tools:
- #0#: Menuu qorannoo hardware banuu danda’a (display, sensors, camera, speaker, vibration).
- *#2664#: Touchscreen test.
- *#0588#: Proximity sensor test.
- *#0842#: Qorannoo vibration fi backlight.
- *#0673# ykn *#0289#: Audio test.
Koodiiwwan kunneen hardware bilbilaa kee sirnaan hojjetaa jira moo miti akka ilaalan si gargaara.
3. Network fi Connectivity:
- *#232338#: Wi-Fi MAC address agarsiisa.
- *#232339#: WLAN test mode.
- *#232331#: Bluetooth test mode.
Bilbilli keessan Wi-Fi ykn Bluetooth hin hojjatu yoo ta’e koodiiwwan armaan oliitin check gochuu dandeessu.
4. System fi Software Information:
- ##197328640##: Service Mode banuu danda’a (network fi technical menus).
- *#0228#: Odeeffannoo battrii fi voltage agarsiisa.
Battriin kee dadhabaa jira moo hin jirre beekuu ni dandeessa. Service Mode immoo tajaajila tajaajiltoota teknikaaaf oola.
5. Koodiiwwan Bilbila Reset Godhan – Of Eeggannoon Itti Fayyadami:
- ##7780##: Soft reset – app fi Google account haqa, suuraa fi viidiyoo ni hambisa.
- 27673855#: Full factory reset – daataa guutuu haqa, deebi’aa hin gaafatu.
Of-eeggannoo! Koodiiwwan armaan olii data bilbilaa keessanii hunda isin jalaa haquu ykn balleessuu danda’u waan ta’eef dursa data keessan backup godhaa.
Koodiiwwan Muraasni Maalif Hin Hojjanne?
Sababoonni gurguddoon:
- Update software: One UI haaraan koodii durii ni haqaa.
- Carrier: Bilbiloonni Verizon, AT&T fi kkf koodii muraasa cufu.
- Model garaagaraa: Koodiin tokko tokko model adda addaa qofaaf.
- Security updates: Samsung yeroo tokko tokko koodii nageenyaaf cufa.
Haala Itti Fayyadama Koodiiwwan Bilbila Samsung
- Moosaajii ittiin bilbilan banuu.
- Koodii sirritti barreessuu.
- Yoo menuun bane, maal akka jedhu dubbisuu.
- Yoo shakkiin jiraate, back tuquudhan gara duubatti deebi’uu.
| Koodii | Hojii | Nageenya |
|---|---|---|
| *#06# | IMEI fi Serial Number | Rakkoo Hin Qabu |
| #0# | Hardware Test | Rakkoo Hin Qabu |
| *#1234# | Firmware Version | Rakkoo Hin Qabu |
| #12580369# | SW/HW Info | Rakkoo Hin Qabu |
| *#232338# | Wi-Fi MAC Address | Rakkoo Hin Qabu |
| ##7780## | Soft Reset | Rakkoo Qabaachuu Danda’a |
| 27673855# | Full Factory Reset | Rakkoo Qabaachuu Danda’a |
Koodiin iccitii Samsung, meeshaalee qorannoo fi tajaajila gargaaraa ta’anidha. Koodiin kunneen odeeffannoo bilbilaa kee, battrii, network fi hardware adda addaa ilaaluun rakkoo salphatti furuu si dandeessisa.
Garuu, akka itti fayyadamtutti of eeggannoo barbaachisaadha. Koodiin tokko tokko data kee hunda balleessu danda’a. Kanaaf, yeroo hunda backup godhi fi koodii sirrii qofa fayyadami.
Yoo sirnaan itti fayyadame, Samsung Secret Codes siif meeshaa cimaa ta’a – bilbila kee qorachuuf, sirreeffachuuf fi haala isaa addaan baafachuuf. Akkasumas, beekumsa dabalataa argachuuf koodiiwwan tajaajilaa qofa itti fayyadami.
Samsung Secret Codes
Introduction
Most Samsung users never realize that their smartphones come with dozens of hidden secret codes – small dialer commands that unlock diagnostic tools, system information, and advanced service menus. These secret codes are part of the Android operating system and Samsung’s customized One UI interface.
By typing these short character combinations (like *#06# or #0#) into the phone’s dialer app, users can quickly access hardware tests, network details, and software data without using any third-party app. These codes are especially useful for technicians, advanced users, or anyone who wants to check their phone’s condition or troubleshoot issues.
However, not every code is meant for everyday use. Some codes can reset or completely wipe your device’s data. That’s why it’s important to know which codes are safe, which are risky, and how to use them properly. This post explains everything you need to know about Samsung secret codes — what they are, how they work, and a list of the most useful ones for 2025.
What Are Samsung Secret Codes?
Samsung secret codes, also called service codes or USSD codes, are a set of short commands built into Android firmware. They typically start with an asterisk (*) and a hash (#), followed by a number sequence, and end with another hash.
When you enter a secret code into your phone’s dialer, it instantly triggers a hidden function – such as displaying your IMEI number, checking hardware performance, or opening engineering and service menus used by technicians.
These codes are pre-programmed into the system and don’t require internet access. Some are universal Android codes, while others are specific to Samsung’s One UI software.
Example:
- Typing *#06# instantly displays your phone’s IMEI and serial number.
- Typing #0# opens Samsung’s internal test mode where you can check your screen, sensors, speaker, and more.
Note: Not every code works on all Samsung models. Some are disabled by certain carriers (like Verizon or AT&T), while others may no longer function after a software update.
Safety Tips Before Using Samsung Codes
Before you start experimenting with secret codes, keep the following safety guidelines in mind:
-
Always back up your data first.
Some codes can factory reset your phone or erase all files. Creating a backup ensures you don’t lose important information. -
Use only trusted sources.
Avoid downloading random code lists from unreliable websites or social media. Some may include dangerous codes that alter system files. -
Be cautious with reset codes.
Only use reset or wipe commands when absolutely necessary, and always understand what the code does before pressing “OK.” -
Check compatibility.
A code that works on a Galaxy S23 might not work on a Galaxy A14 or M14. Always verify before using. -
Exit safely.
If a test menu opens and you’re unsure what to do, use the back button or simply restart your device.
Useful & Safe Samsung Secret Codes
Below are the most commonly used and safe Samsung secret codes for diagnostics, software information, and network checks.
1. Device Information & Identifiers:
- *#06#: Displays IMEI, MEID, and serial number.
- *#1234#: Shows firmware version (AP, CP, CSC).
- #12580369#: Displays detailed software and hardware information.
These are completely safe and useful for checking your device’s identity or verifying firmware versions after an update.
2. Diagnostic & Hardware Tests:
- #0#: Opens Samsung’s full hardware test menu (screen, vibration, sensors, speaker, camera, etc.).
- *#2664#: Touchscreen test.
- *#0588#: Proximity sensor test.
- *#0842#: Vibration and backlight test.
- *#0673# or *#0289#: Audio test.
These tests help you check if your phone’s hardware components are working properly. For example, you can test your display for dead pixels or check if your proximity sensor functions correctly during calls.
3. Network & Connectivity:
- *#232338#: Shows Wi-Fi MAC address.
- *#232339#: WLAN test mode.
- *#232331#: Bluetooth test mode.
These are helpful if you’re troubleshooting connection problems with Wi-Fi or Bluetooth, or if your phone isn’t pairing correctly with another device.
4. System & Software Information:
- ##197328640##: Opens Service Mode (advanced technical menu for network engineers).
- *#0228#: Displays battery status, voltage, and capacity.
The battery information code can help determine if your battery is aging or discharging unusually fast. The Service Mode menu is more advanced, used mainly for testing network performance and signal quality.
5. Factory Reset / Risky Codes (Use with Caution):
- ##7780##: Performs a soft factory reset — removes Google accounts and installed apps but may keep media files.
- 27673855#: Executes a full factory reset — wipes all data permanently (no confirmation on older models).
Warning: These codes can completely erase your phone’s memory. Use them only if you intend to reset your phone and have already backed up your files.
Why Some Codes Don’t Work
It’s common for users to find that certain codes no longer function. This can happen for several reasons:
- Software updates: New versions of Samsung’s One UI may block or change older codes.
- Carrier restrictions: Phones from specific carriers (Verizon, AT&T, T-Mobile, etc.) often disable service menus.
- Model differences: Some codes are designed for specific chipsets or phone families (like Galaxy S, A, or M series).
- Security patches: To prevent misuse, Samsung occasionally disables deep diagnostic menus in security updates.
How to Safely Try a Samsung Code
- Open your Phone (Dialer) app.
- Type the code exactly as written (no spaces or extra characters).
- Wait a few seconds. If a menu appears, read it carefully before tapping anything.
- If unsure, simply exit using the back button – do not confirm resets or changes.
| Code | Function | Safety |
|---|---|---|
| *#06# | Show IMEI / Serial Number | Safe |
| #0# | Hardware Test Menu | Safe |
| *#1234# | Firmware Version | Safe |
| #12580369# | Software & Hardware Info | Safe |
| *#232338# | Wi-Fi MAC Address | Safe |
| ##7780## | Soft Factory Reset | Risky |
| 27673855# | Full Factory Reset | Dangerous |
Conclusion
Samsung secret codes are powerful diagnostic tools hidden within your Galaxy smartphone. They can help you identify software versions, test hardware performance, check battery health, and troubleshoot connectivity issues – all without needing any third-party apps.
However, with great power comes great responsibility. Some codes, especially reset commands, can erase everything on your phone instantly. Always double-check the function of a code before using it and back up your important data regularly.
By understanding how to use these secret codes safely, you can unlock deeper control over your device, keep it in top condition, and even solve problems that might otherwise require a technician. Just remember – when in doubt, stay on the safe side and avoid any code you’re not sure about.
Discover more from Hundaaf
Subscribe to get the latest posts sent to your email.
